Ezekiel 43:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi kaani artuma d'aatu tiyya eje, jennaani anini AABBO Waaqa, ka Mana Waaqa keesaa naani dubbatu, d'agaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achitti namichi sun na bira dhaabateera; Rabbi mana woyyuu keessaa hennaa akkana naan jedhu dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi sun adoo na bira dhaabbatiisatti jiruu, nami tokko Galma Waaqaa keessaa natti dubbatuun dhage'e;