Ezekiel 43:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma tana worri Waaqa d'ibi kad'achu lakise reefa hayyoota guuru male. Yo worri waan suni tolche, anini haga jiru jireenna jiddu worra taa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammaa achi waaqolee tolfama'aa sagaduu dhiisu'uu fi hulee kanaa reeffa mootota isaanii balleessuu isaan barbaachisa; yoo isaan waan kana godhan ani baraa haga bara baraa isaan woliin jiraadha.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma isaan gaarayyeeffata ifiitii fi waaqota dharaa ka lubbuu hin qanne ka mootota ifii anarraa geegessanuu ti; anille odduu isaanii haga bara baraa hin jiraadha.