Ezekiel 44:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan nani jed'e, Anini worra Lawi, ka gumi Israeli woliini na lakise waan harkaani boch'ani kad'ate, ingaargalcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana naan jedhe, «Ani worra Leewwotaa ka banii Israa'elii kaawwan woliin na gananii waaqolee tolfama'aa sagadan hin adaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Israa'elooti na hordofiisa irraa yennaa fagaatane, Lewwooti waaqa dharaa ifii hordofiisaan joonjanelle hin adabaman.