Ezekiel 44:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri dandae Mana kiyya keesa hojate fulla balbala eege huji Mana suni tolcha, ammalle worri dandae hori gumiini baaftu, ka gubaani sorio baasani, qale huji suni ch'ufa gumii hojata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan akka balbala mana woyyu'uu eegan, ciincaa ciincawuu fi ciincaa namoonni biraa dhiyeessan qalu'uun akkasuma namoota biraa tajaajila'aa akka hojjatan isaanii eeyyamama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lewwooti addee woyyittii tiyya keessa hin tajaajilan; karra Galma kiyyaa irra ideemanee ilaalaa, Galma kiyya keessa hin tajaajilan. Isaan kennansa gubamu qalanee, kolba'aafille ciincaa hin dhikeessan; dura isaanii dhaabbatanee kolbaa hin tajaajilan.