Ezekiel 44:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan worri gumi Israeliti jed'e, huji waaqoota d'ara hojate, kara sunini gumi ch'ubbu keesa buusefi, anini, AABBO Waaqi guddaani, inkakhad'a, aka worra suni gaargalchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu isaanuu bulchoota seera waaqeffannaa waaqolee tolfama'aa ta'u'uun banii gara cubbu'uu waan masakkaniif adabamuun akka isaan barbaachisu ani ufiin kakadheera.» jedha Rabbiin maraa olii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan waaqota dharaa duratti kolbaa tajaajilanee, kolbaan Israa'elii yakkaa akka hujjuuf, gufuu waan te'aneef, akka isaan adabamuu qabanu kakadheera. Kana ana Mootii Waan Maraatitti dubbate.