Ezekiel 44:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hataatu, anini huji harka ta Mana suni keesa hojatani harka worraati kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu isaan hujii gadumma'aatiin uduu hin taane hujii biraa ka mana woyyuu keessaa maraa akka raawwataniif isaan ramada.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, hujii Galma Waaqaa itti gaafatamuma'aan akka hujanu, hujii Galma kiyya keessaa mara itti gaafatamumma'aan akka hujantu hin godha.