Ezekiel 44:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worruma ch'allati mana kiyya seene, fulla sorio irati baasaniti naa hojate kad'acha Mana Waaqale ch'ufa tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri na tajaajilu'uuf gara hulee kiyya woyyu'uutii fi gara waan nyaataa kiyya dhiyaatan isaan; isaan ajaja kiyya hin eegan
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan callaan gara Galma kiyyaa seenanee na hin tajaajilan; isaan callaan fuula kiyya duratti na tajaajiliisaaf, seerata waaqonfanna'aa kiyyalle muummessiisaaf gara qorii tiyyaa hin dhikaatan.