Ezekiel 44:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaaloleeni mata ufi haadachu himmalle yokhaani dabasesule himmalle ammo rifeensa mid'aaga hagaa qabaachu malte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadoonni mataa haadachu'uu fi guddisuu isaan hin barbaachisu garuu mataa ufii akka misha'atti haa sirreeffatanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Isaan rifeensa mataa ifii quxatanuu ti malee, hin haadatin yookiin hin dheereffatin.