Ezekiel 44:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaalluuni niiti nami d'ibiini lakise fuud'u himmalle; inni dubra Israelitiifi yokhaani niiti qaalluuni d'ibiini iraa due ch'alla fuud'u male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni gadaa ta'e maruu dubartii abbaan worraa jalaa du'e yookaan dubartii abbaa worraa jalaa baate fuudhuun isaa hin eeyyamamu; garuu durba duudaa worra Israa'elii yookaan dubartii abbaan worraa isi'ii gada'aa ka jalaa du'e fuudhuu hin danda'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyooti dubartii abbaan worra irraa du'e yookiin lakkise hin fuudhin; ammoo durra sanyii Israa'elootaa yookiin dubartii hayyichi tokko irraa du'e qofa fuudhuu hin dande'an.