Ezekiel 44:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaaloleeni waan qulqulloofi ka qulqullo intahini gumi tiyya gargari baafte barsiisu malte. Ammalle waan t'uri qabaatifi ka inqamnele gargari hubachiisu malte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadoonni banii kiyya waan woyyu'uu fi waan woyyuu hin taane, waan qulqullu'uu fi waan batti'i akka gar gar baafatan isaan haa barsiisanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyooti garaagarummaa waan aadaa dhugeeffanna'aatiin woyyuu te'eetii fi waan woyyuu hin te'inii kolbaa tiyya barsiisanuu ti; isaan garaagarummaa aadaa dhugeeffanna'aatiin waan qulqulluu te'eetii fi waan qulqulluu hin te'iniille isaanitti mudhisanuu ti.