Ezekiel 44:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba naabo Mana Waaqa gaaraa keesa d'aqe, sorio ufiini qulqulleesu baasu male, aka dandae Mana Waaqa keesa deebie hojatu. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa tajaajilaaf gara mana woyyu'uu bayima itti bayan ka keessaatiin seenu waan cubbuu ufiitiif ciincaa haa dhiyeessuu; ani Rabbiin maraa olii waan kana dubbadheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Galma Woyyicha keessa tajaajiliisaaf gara Galma Woyyichaa, gara badhinna dalleya keessaa ka gara keessaa gaafa seenu kennansa sababa cubbuu ifii dhikeessuu ti; ani Goottaan Mootiin Waan Maraa tana dubbadheera.