Ezekiel 44:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan anini gosa Israeliti d'aalaa kenne keesaa qaaloleeni qooda ufi ka huji qaalluma qabdi. Worri qooda lafa Israeli keesa qabaachu himmalle, wonti akanatiifi qoodi worraa anuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Kun gayee gadootaati; kana jechuun ani gayee isaaniiti; ani gayee isaanii waan ta'eef Israa'eliin keessatti gayeen woyiituu isaanii hin kennamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Ani lafa isaanii waan te'eef, Israa'el keessatti hayyootaaf latti hin kennamin. Ani qabeenna isaanii ti.