Ezekiel 44:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hataatu, hayyuuni dandae arti d'ufe sagale qulqullo na durati nyaata, yo inni fulla fullo suni d'ufe, yokhaani artii deemu, inni ha qara dinqaani gaseene ammalle artumani bahuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun maruu ta'ee bulchaan bani'ii xoroshoo ciinca'aa ka woyyoome nyaachu'uuf achi taa'uu hin danda'a; karaa ittiin wol bira lufan ka qaccee seensa kutaa gara keessaatiin seenee akka bayu isaa hin eeyyamama.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, qondaaltichi bulchaa biyyaa callaan sagalee woyyittii fuula ana Mootii Waan Maraa duratti nyaatiisaaf, achiin seenee tee'uu hin dande'a. Inni karaa soroo seensumaatiin seenee karuma seene saniin bayuu hin dande'a» jedhe.