Ezekiel 44:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaaloleeni waan oobruuni qaraa baaftu dadansaafi waan naa baasani d'ibile ch'ufa fud'achu malte. Biyyiti hojja qit'a d'aabdu ch'ufa qit'a qara d'aabad'u ha qaalole kennitu, aka akasiini eeba tiyya argattu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Midhaan jalqaba argatan, waan hangafa argatanii fi kennaa naa dhiyaate maraa gadoonni haa fudhatanii; baniin hennaa maraa yoo midhaan daakkatan daakuu duraa worra gadootaatii haa kennanii; Ani banii waan kana godhu maraa mana isaanii eebbaan guuta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Midhaan gosa maraa keessaa ka mata'aa marti, kennansa keessan keessaa kennansi gosa maraa marti ka hayyootaa ti. Eebbi mana keessan irratti akka bu'uuf, bullaa teessan ta mata'aa irraa hayyootaaf kenna'a.