Ezekiel 44:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani namichi kaani fullo mirga keesaani na bahe, Mana Waaqa duraani na d'ufe. Duuba anini millanaani, ifsa isaa, ka bibiliqe mana suni guute, arge. Anini isa durati lafaani ufi d'oomnaani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa namichi sun kolba balbala dallawa gara kaabaatiin mana woyyuu afoo na fide; achi dhaabadhee hennaa laalu manni woyyuun Rabbii ka ulfinnaan guuttameeru arge; ani hennaa san kallachaan lafatti gad kufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba namichi sun karaa karra fuullee kaabaatiin Galma Waaqaa dura na geesse. Kunoo, ani ilaalee ulfinni Mootii Waan Maraa Galma Mootii Waan Maraa guuteeruun dhaggee, ani addaan lafatti gad gombifame.