Ezekiel 44:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan nani jed'e, Namicha, waan atini armati agartu kana ch'ufa aka dansaa hubad'i. Anini aadaafi seera Waaqaa siti himu fed'a. Nama Mana Waaqa seenu maleefi ka seenu himmalinile gargari hubad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana naan jedhe, «Ati ilma namaa! waan argituu fi waan dhageettu maraa qalbi'iin hubadhu; ani kunoo seeraa fi ajaja mana woyyu'uu maraa sitti hima; namoonni mana woyyuu keessa akka seenanii fi akka bayan isaanii eeyyamame namoota attamii akka ta'an hubadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa anaan, «Ee ilma namaa! Qalbeeffadhuu ila teetiin ilaaliitii, waan ani sitti himu mara marroo seerataa fi seera Galma Waaqaa duudii gurra keetiin dhage'i! Karaa Galma Waaqaa seenanuu fi karaa Galma Waaqaatii gad bayanu midhassii hubadhu.