Ezekiel 44:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini, AABBO Waaqi guddaani, waan jed'u, Nami gosa d'ibi ka qabanqaba inqabanne, ka yokhaani naa insaalfanne, tokoleeni Mana kiyya inseenu, ato inni gumi Israeli keesa godaanele.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Rabbiin maraa olii akkana naan jedha, «Worri ormaa ka naa ajajamuu hin barbaannee fi worri hin gadoomne maruu yoma ka banii Israa'elii keessa jiraatan ta'ellee gara hulee kiyya woyyuu akka seenan isaanii hin eeyyamamu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Goottaan Mootiin Waan Maraa: Worri naaf hin ajajanne, ormi haqanqabaa hin qabatin, ka kolbaa Israa'elii odduu le'ulle yoo te'e gara Galma kiyyaa hin seenin.