Ezekiel 45:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ufti waan woini biimani ka d'uga qabaachu male, misana taanaani, efa taanaani, bathile taanaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni maruu madaalaa fi waan ittiin bikku ka dhuga'aa, akkasuma waan ittiin safaru ka wol qixaa haa qabaatuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin waan ittiin safartanu ka «Eefaa» jedhamuu fi ka «Baatihii» jedhamu ka sirrii te'ane qabaadha'a.