Ezekiel 45:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biimani waan isani Waaqaa baaftani tana: Dargaye: mid'aani isani haamatani ch'ufa keesa, hid'aansa jaatama keesa, toko Waaqaa baasa, garbu: mid'aani isani haamatani ch'ufa keesa, hid'aansa jaatama keesa toko Waaqaa baasa. D'ad'a: qooda d'ibba keesaa toko Waaqa baasa. (D'ad'a kana woni bathi jed'ani kaaniini biima: Bathini kud'ani homeri toko yokhaani kori toko.) Hooliye: Hooliye d'ibba lama keesa toko Waaqaa baasa. Ammalle isani mid'aani Waaqaa baasanifi hori gubani sorio baasanifi hori sorio wold'ageeti baasanile baasu maltani, aka akasiini ch'ubbu teesani isanii araaramani. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qamadiin goomoorii ka isin ciinca'aaf dhiyeessitan ganaa jahaa keessaa ganaa tokko garbuu goomoorii maraa ganaa jahaa keessaa ganaa tokko.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Kennansi isin dhikeessitanu, qamadii omeerii tokko tokko keessaa eefaa jaa keessaa eefaa tokko, garbuu omeerii tokko tokko keessaa eefaa jaa keessaa eefaa tokko,