Ezekiel 45:15 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma tika hoolota worra Israa'elii hoolota dhibba lamaa keessaa ka waan kanaaf ramadame hoolaa tokko; kun ka ciincaa dhiifamsa cubbuu isaaniitiif ka kennaa midhaanii woliin ciincawuu fi ka ciincaa fayyinnaa ta'ee dhiyaatu; ani Rabbiin maraa olii waan kana dubbadheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma tika hoolee Israa'elootaa ta lafa bisaan bacaan jiruu keessaa hoolee dhibba lamaa keessaa hoolee tokko kenna'a. Kun marti kennansa midhaanii, kennansa gubamu, kennansa tokkumma'aa ka gumaa cubbuu kolba'aa te'anuu ti. Kana ani Goottaan Mootiin Waan Maraa dubbadheera.