Ezekiel 45:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami lafa keesa jiru ch'ufti waan Waaqaa baasani kana hayyu lafa Israeli mohatuti geesu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin biyyattii keessa jiraatan maruu waan kana maraa nama Israa'eliin bulchutti kennan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Israa'elii marti kennansa addaa kana qondaala Israa'el keessaatiif kennituu ti.