Ezekiel 45:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan jed'e, guyya qara ka jia qara, atini jibicha korma, ka aabo womatu inqamne, sorio qalte, Mana Waaqa qulqulleesu malte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii akkana jedhe, «Jiini jalqabaa seenee guyyaa duraatitti jibicha tokko ka mudaa hin qabne ciincessu'uun mana woyyuu qulqulleessita.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Goottaan Mootiin Waan Maraa: Ji'a tokkeesso'oo, ji'a san keessa guyyaa tokkeesso'oo loon keessaa dardara fafa hin qanne tokko fuudhii ciincessii, Galma Waaqaa qulleessi.