Ezekiel 45:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba qaallichi d'iiga sorio dabaani nama iraa baasani suni haga toko fuud'e, mikhikila Mana Waaqatifi mesa sorio irati baasani kaani moga afraniifi, ammalle mikhikila balbala fullo naabo ta garaa keesa ibsaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi dhiiga diqqoo waan ciincaa cubbu'uutiif ciincaye kana fuudhee qasatoowwan mana woyyu'uu, kortoo hulee ciinca'aa, roga arfanii fi qasatoowwan balballan dallawaa ka gara bayima itti bayan ka keessaa diba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi dhiiga kennansa sababa cubbu'uu san irraa diqqaa isaa fuudhee, mikikkiloota Galma Waaqaa, irga addee ciinca'aa roga arfanuu, mikikkiloota karra gara badhinna dalleya keessaa ka gara keessaatitti seenanuu dibuu ti.