Ezekiel 45:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya kud'ani afreeso ka jia qara isani jila Pasaka tolfachu maltani. Bulti torba nami ch'ufti qit'a bukho inqamne nyaachuu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jiini jalqabaa seenee guyyaa kudha arfeesso'ootitti ayyaanteffattan; hennaa ayyaana kana ayyaanteffattan haga guyyaa torbaa xoroshoo raacitii hin qabne nyaattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Ji'a tokkeesso'oo guyyaa kudhanii arfeesso'ootitti, Jila Irra Dabaramaa jilifadha'a; guyyaa torbaaf daabboo uukoo hin qanne hin nyaattan