Ezekiel 45:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fullaani sunini lafa suni keesa Fulla qulqullo taati, ta qaalole Mana AABBO Waaqa keesa hojatuu kennani. Ammalle artumati maneeni worraatifi Mana Waaqale jaarani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun lafa maraa keessaa kutaa woyyoome ta'ee lafa gadoota mana Rabbii keessatti isa tajaajilaniif ka kenname; huleen kun hulee worri gadootaa keessa jiraatanii fi ka manni woyyuun itti ijaaramu ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Latti tun lafa san keessaa kutaa woyyittii hin teeti. Isiin hayyoota Galma Waaqaa keessa tajaajiltu, ta Mootii Waan Maraa tajaajiliisaaf isatti dhikaattuuf, hin teeti; addeen tun addee manni isaaniitii fi addee woyyittii Galmi Waaqaa itti ijaaramu hin teeti.