Ezekiel 46:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, Fullo ilaboru, ta naabo garaa keesatini seenani, guyya jaa ka hojatani, balbala isii ch'ufuu malani, ammo guyya Sabatotifi guyya jila baati banuu malani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii akkana jedha, «Balballi gara baya biiftu'uutiin bayima itti bayan ka keessaa fidu guyyaa huji'ii jahanuu cufaa ta'uu isaan barbaachisa; guyyaa Sambataatii fi guyyaa jalqaba ji'aa ammo hin banama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Goottaan Mootiin Waan Maraa: Karri badhinna dalleya keessaa ka gara keessaa ta fuullee karaa aduun baatuu, guyyaa huji'ii jaa cufantuu ti; guyyaa sanbataatii fi guyyaa baatii ji'aa ammoo banantuu ti.