Ezekiel 46:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Diirama ch'ufa elemo ganna toko ka aabo womatu inqamne, ha gubani AABBO Waaqaa baasaniti; waan kana ha guyya ch'ufa baasaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Ilmi mooti'ii ganama maraa ciincaa ciincawu ka Rabbiif dhiyaatu ilmoo hoola'aa ka mudaa hin qabne ka woggaa tokkoo qopheessuu isa barbaachisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Inni guyyuma guyya'aan ganama mara buruusoo korbeessa hoole'ee ka fafa hin qanne ka woggaa tokkoo kennansa gubamuuf ana Mootii Waan Maraatiif hin dhikeessa.