Ezekiel 46:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle diirama ch'ufa dargaye daakhani ta kilo lamatifi d'ad'a dulo toko wolti naqani kokhorsani ha baasaniti. Aada waan AABBO Waaqaa baasani kana ha haga jiru jireenna jabeesaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isa woliin ganama maraa uduu wol irraa hin kunne kennaa midhaanii kiiloo lamaa fi sayitii ejersaa liitira tokko ka daakuu misha'aan sukkuumu qopheessa; kun seera hennaa maraa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isa woliin kennansa midhaanii ganama mara bullaa eefaa tokko harka jaa keessaa harka tokko, bullaa ittiin sukkuumiisaaf zayitii litirii tokko qopheessuu ti; kunille seera yennaa maraa te'uu ti.