Ezekiel 46:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmoole hoola sunifi dargaye daakhanifi d'ad'a kaani ha diirama ch'ufa haga jiru jireenna AABBO Waaqaa baasaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmoon hoola'aa, kennaa midhaaniitii fi ciincaan akkataa kanaan ganama ganama dhiyaata.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka kanaan buruusi korbeessa hoole'ee, kennansi midhaaniitii fi zayitiin guyyuma guyya'aan ganama mara kennansa gubamuuf dhikaatanuu ti jedha› jedhiin» jedhe.