Ezekiel 46:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Hojja hayyichi qooda lafa isaa toko ilma isaati hand'ura kenne, lafti sunini hand'ura ilama suni taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii akkana jedha, «Ilmi mooti'ii ka baallii qabu gayee ufii qoodee ijoollee ufii keessaa nama tokkoo yoo kenne gayeen sun ka isaatii fi ka maatii isaa ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan Mootiin Waan Maraa, «Qondaalli tokko lafa ifii irraa ilmaan ifii keessaa ilma tokkoof yoo kenne, latti sun ilmaan isaatii fi sanyii isaaniitiif dabartee dhaala teetuu ti.