Ezekiel 46:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi lafa nama d'ibi iraa fuud'u himmalle. Lafti inni ilmaani isaati kennuleeni ha qooduma lafa isaa taatuti, aka akanaani inni gumi tiyya nama tokole lafa isaa fud'ate indabsini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi mooti'ii ka baallii qabu gayee bani'ii hunnaan fudhatuu isa hin barbaachisu; lafti inni ijoollee ufiitiif qoodee kennu lafuma isaaf qoodamee kenname callaa ta'uu barbaachisa; akkaataa kanaan gayee banii kiyyaa hunnaan fudhata'aa banii kiyya hin miidhin.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qondaalli kolbaa irraa lafa hunnaan hin fudhatin; kolbaan tiyya lafa ifii irraa akka hin bittinnoonneef, latti inni ilmaan ifiitiif kennu qooda ifii qofa irraa teetuu ti» jedha.