Ezekiel 46:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan nani jed'e, Fullaani tunini fulla qaaloleeni fooni sorio dabaani ufi iraa baasani iti d'aabdu, yokhaani fooni sorio gati baasani iti d'aabdu, ammalle fulla worri qit'a Waaqaa baasani ka dargaye iti d'aabdu, aka waan qulqullo tokole naabo alaati geesani nama woma intolchine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni akkana naan jedhe, «Huleen kun kutaa worri gadootaa foon ciincaa dhiifamsa cubbu'uu itti affeelanii fi buddeena ciinca'aa itti godhan; akkaataa kanaan akka baniin hin miidhamneef ciincaa woyyoome maraa keessaa ciincaan tokkollee gara bayima itti bayanii hin bawu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni anaan, «Isaan kennansa woyyoota kana gara addee badhinna dalleya keessaa ka gara alaa fidanee kolbaan akka hin miidhanneef, addeen tun addee hayyooti kennansa sababa yakka'aatiif dhikaatu, kennansa sababa cubbu'uutiif dhikaatulle itti iffeelanuu fi addee kennansa midhaanii itti bilcheessanu» jedhe.