Ezekiel 46:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni naabo alaa na geese, moga isii afraaniti naabo didiqo toko, ta d'eerinni isii d'und'uma afurtamatiifi ballinni d'und'uma sodoma na garsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa namichi sun gara bayima itti bayan ka diidaa na fidee roga arfan irra na naannesse; ronni maruu bayima itti bayan tokko qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba nami sun gara badhinna dalleya keessaa ka gara alaa na geessee, roga arfan irra na marsiise. Kunoo, roga badhinna dalleya keessaa san tokko tokkoo isaaniituu irra badhinna dalleya keessaa ka dhibi'itti jiraayyu.