Ezekiel 46:22 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bayimni itti bayan didiqqaan roga arfan irra jiru maruu wol qixa; isaan maruu dheerinna ciqilee afurtamaatii fi dalga ciqilee soddomaa qaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Roga badhinna dalleya keessaa san arfanuu irra badhinna dalleya keessaa didiqqaa ka dheerinni isaanii ciqilee afurtamaa, badhinni isaaniille ciqilee soddomaatitti jiraayyu; isaan arfanuu woluma qixa.