Ezekiel 46:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Naabo didiqo suni ch'ufa d'akhaani marsani jaarani, d'aatu d'akha marsani jaarani suniti fulla ibida iti bobeesani mid'aasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Naannofni bayima itti bayan arfanuu gara keessatiin ijaarsa dhaga'aa gaggabaabaa qaban; ijaarsa dhaga'aa sanniin jala girgiraa ibiddaatitu jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Cinaa badhinna dalleya keessaa didiqqaa san arfaniituu gara keessaatiin dhaaba dhaka'aatitti naanneffamee jiraayyu; dhaaba dhaka'aa san mara jala addee ibidda itti bobeessanutti jiraayyu.