Ezekiel 46:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Elemo suni woliini inni ha mid'aani t'aasa gudda kud'ani torbafi t'aasa diqa toko d'ufuuni. Ammalle ilmoole hoola taanile woliini ha waan baasu fed'uni d'ufuti. Mid'aani Waaqa baasani kana woliini inni ha d'ad'a dulo sadii d'ufuuni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Korbeeyyii hoola'aa maraa woliin midhaan ganaa tokko haa fiduu; akkasuma ilmoolee hoola'aa woliin haga barbaade haa fiduu; ciincaa ganaa tokkoo ka dhiyaatu maraa woliin sayitii ejersaa liitirii sadihii haa fiduu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kennansi midhaanii ka korbeessa hoole'ee san woliin dhikaatu eefaa tokko te'uu ti; ka buruusota korbeeyyii hoole'ee san woliin dhikaatu haguma inni kennuu dande'e te'uu ti; eefaa tokko tokkooyyuu woliin zayitii litirii sad fiduu ti.