Ezekiel 47:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani namichi fulla balbala Mana Waaqati na deebise. Bisaaniti balbala suni jala ilaboru yaa, gara Mani Waaqa fuula deefatu. Bisaani suni Mana Waaqa gama bita jala yaani, waan sorio irati baasani kaani moga bitaa qajeelani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa namni sun gara seensa mana woyyu'uu na fide; achitti bisaan mana woyyuu hulee irra dhaabatan jala yaa'a; kunillee waan balballi mana woyyu'uu gara baya biiftu'uu naannayeef; bisaan gara cinaa kibba mana woyyu'uutiin kolba hulee ciinca'aa ka irra dhaabataniitiin gara kibbaa yaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba namichi sun gara balbala Galma Waaqaa deebisee na fide; kunoo, mikikkila Galma Waaqaa san jalaa bisaan burqee, Galmi Waaqaa karaa aduun baatutti fuula waan galeeruuf, bisaan sun gara karaa aduun baatuu laana yaa'uun dhagge; bisaan sun addee ciinca'aa irraa gara kibbaatiin, Galma Waaqaa maddii kibbaatiin karaa aduun baatu gad yaa'e.