Ezekiel 47:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan jed'e, kunini seera lafaa ka gosa kud'ani lamaati gargari qoodani, ka gochiti Yusufu lamaanileeni qooda ufi lamaani argata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii akkana jedha, «Daangaan lafaa ka gosa Israa'elii kudha lammanii qooddu kana; gofti Yooseefii gayee lama qabaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan Mootiin Waan Maraa, «Meessaan lafa ati gosa Israa'elii kudhanii lamaaf qoodduu ka asii gad jiru kana. Gosi Yoseefii qooda lama qabaattuu ti.