Ezekiel 47:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seeri mirga Baariini Gudda iraa bahe, ilaboru qajeele, dira Hethlonitifi kara Hamathitifi dira Sedaadatifi
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaan lafaa kolba galaana Meeditiraaniyaanii gara kaabaatii ka'ee gara Heetiloonii, gara kolba Haamaatii hulee ittiin wol bira lufanii, gara Tseedaadii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Meessaan lafa tanaa akkana hin te'a: Meessaan kaabaa abbaayaa Mediteraaniya'aa irraa ka'ee, karaa qachaa Hetlooniitiin haga seensuma Haamaatii dhaqee, dabareelle haga qachaa Zedaadii,