Ezekiel 47:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akanaani seeri lafa suni, ka moga mirga Baariini Gudda iraa bahe, dira Enoniti qajeela, ammalle lafti d'aatu seera suni gama mirgaatini jirtu Damaskifi Hamathi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataa kanaan daangaan lafaa galaana Meeditiraaniyaaniitii ka'ee haga Hatsar'enoonii daangaa Damaasqo'ootii fi Hamaatii lufee haga hulee gara kaabaa gaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka kanaan meessaan abbaayaa Mediteraaniya'aa irraa karaa aduun baatu, meessaa Damaasqo'oo gara kaabaatiin, qachaa Haamaatii gara kaabaatitti lakkisee, gara qachaa Hazar-Enonii dhaqa; kun meessaa kaabaa ti.