Ezekiel 47:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seeri lafa suni, ka moga bita, Tamari iraa bahe, maddo Kaderiti qajeele, laga seera Misiri ira bahu gula deeme, Baariini Guddaani baha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaan gara kibbaa Taamaarii ka'ee haga Qaadeesii Mariba'aati, achiillee ka'ee dhooqa biyya Misiriitii haga galaana Meeditiraaniyaanii gaya; kun daangaa gara kibbaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Meessaan kibbaa Taamaarii ka'ee haga bisaan Mariibaa-Qaadeshii ti; achille'ee laga gogaa Gibxi'ii gula haga abbaayaa Mediteraaniya'aa dhaqa; kun meessaa kibbaa ti.