Ezekiel 47:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani namichi fullo mirgaatini na bahe, qaye Mana Waaqa keesani na bahe, gara fullo ilaboru fuula deefatu na geese. Bisaani diqo tokoti fullo suni gama bitatini keesaa yau jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi sun kolba balbala dallawa gara kaabaatiin mana woyyuu keessaa na baasee balbala dallawa gara baya biiftu'uu laalu na naannesse; balbala dallawaa gara kibbbaatiin bisaan gara baya biiftu'uu yaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba namichi sun karaa karra gara kaabaatiin Galma Waaqaa keessaa na baasee, gara alaatiin na marsiisee, gara karra gara alaa ta fuullee karaa aduun baatuu na geesse; kunoo, bisaan karra san gara kibbaatiin karaa aduun baatu laana yaa'uun dhagge.