Ezekiel 47:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seeri lafa suni, ka moga ilaadu, Baariini Gudda iraa bahe mirga qajeele, kara Hamathitini moga ila aduti eja.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaan gara dhiya adu'uu daangaa galaana Meeditiraaniyaani'iitii ka'ee haga seensa Haamaatii gaya; kun daangaa dhiya adu'uuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Meessaan karaa aduun seentuu abbaayaa Mediteraaniya'aa te'ee haga fuullee seensuma Haamaatii dhaqa; kun meessaa gara aduun seentuu ti.