Ezekiel 47:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gosa d'ibi, ka gosa Israeli keesa godaanu, ha worra woliini godaanu suni woliini qooda lafaa argatuti. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni Israa'eliin keessa jiraatu ka biyya alaa maruu worra banii Israa'elii ka woliin jiraatan woliin gayee ufii haa argatuu; ani Rabbiin maraa olii waan kana dubbadheera» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami ormaa ka Israa'el keessa le'u kolbaa gosa Israa'elii ka keessa le'u woliin qooda ifii qabaatuu ti; ani Goottaan Mootiin Waan Maraa tana dubbadheera.