Ezekiel 47:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi kaani gama ilaboru deeme, ule isaa ta woini biimani taanini d'und'uma kuma toko biime, bisaani suni keesani na deeme. Bisaani sunini kometuti naa ch'iisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi sun haada bikkuun ka harkaa qabuun bisaan gara baya biiftu'uu yaa'u san hordofa'aa ciqilee kuma tokko laakkaye; bisaan san keessa deema'aa akka ceeyu na taasise; bisaan sun haga koome'ee na gaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi sun wodaroo miki'ii qabatee bisaan karaa aduun baatu yaa'u gula deemee ciqilee kuma tokko mike; achiin duuba inni akka ani bisaan san keessa deemu na godhee, bisaan sun gulubii na geye.