Ezekiel 47:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni waan nani jed'e, Namicha, waan kana ch'ufa ya garteyu? Jennaani namichi afaani galaana suniti na deebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi sun «ati ilma namaa! waan kana maraa qalbi'iin hubadhu» naan jedhe; achiin maayessa namichi sun gara qarqara galaanaa na deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi sunille, «Ee ilma namaa! Ati tana dhaggiteertaa?» naan jedhe. Achiin duuba inni gara qarqara lagaa duubatti na deebise.