Ezekiel 47:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan nani jed'e, Bisaani kunini lafa keesa ilaboru yaani, bale Yordaniti gabuani galaana soodaati naqani. Isaani, yo galaana soodatini bahani bisaani kurao kaani jijirani mid'aasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni akkana naan jedhe, «Bisaan kun lafattii keessa gara baya biiftu'uutiin gara dhooqa Yoordaanosiitii fi gara galaana du'aa yaasa; hennaa gara galaana du'aa yaa'u galaanni sooqiddaa haarawoomee bisaan mishaa ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi sun anaan, «Bisaan kun gara lafa karaa aduun baatuu, gara dhooqa Yordaanosiititti gad yaa'a. Bisaan kun yennaa abbaayaa sooddaa seene, bisaan abbaayaa sooddaa sun haareffamee bisaan dansaa hin te'a