Ezekiel 47:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bisaani sunini fulla yaani ch'ufati bineensaafi qurt'umi d'alani. Ammalle bisaani galaana soodale mid'aasani, fulla yaani ch'ufati woi jireesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Huleen bisaan yaa'u maraa busaayaa gara garaatii fi qurxummii heddutu argama; bisaan lagaa ka yaa'u waan galaana du'aa keessatti argamu maraa qulqulleessee haarawoomsa; hulee yaa'u marattuu jireenna kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee bisaan sun dhaqu maratti dadi lubbuu qaddu marti lubbu'uun hin jiraatti; addee bisaan kun dhaqu maratti qurxummiin bacaan hin jiraatti; bisaan kun achi waan dhaquuf bisaan abbaayaa sooddaa tolee dansaa hin te'a; maarre addee bisaan kun dhaqu maratti wonni marti lubbu'uun hin jiraatti.