Ezekiel 48:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti qulqullooni tunini ta qaalole d'aloota Sadoki. Worri sunini worra Israeli ka ch'ubbu tolche kaani gula imbaane, yokhaani worra Lawi, ka akasuma ch'ubbu tolchele, gula imbaane, ammo huji tiyya guute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Huleen kun gadoota fiixaa Saadooqii keessaa worra dhalataniif ka addaan baye ta'a; hennaa worri Israa'elii martinii fi worri Leewwotaa kuuwwan na dhiisanii olii gad tatayyaran ijoolleen ammo ajaja kiyya irraa uduu hin fagaanne eega'aa worra jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kun hayyoota sanyii Zaadoqii keessaa worra woyyoota yennaa kolbaan Israa'elii karaa irraa gorte Lewwoota worra kaan woliin adoo karaa irraa hin gorin waan ani isaan ajaje eegataneef te'uu ti.