Ezekiel 48:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri gosa Lawileni qooda lafaa koba qabaachuu male. Qoodi sunini qooda qaalole moga bitaa jiraachu male; mogaani isaa ta ilaboruti baate ilaaduti ejitu, d'eerinni isii ejata kuma kud'ani lamatifi d'ibba shani. Mogaani isaa, ta mirgaa baate bitaati ejitu, ejata kuma shani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee gadootaa kana ladda lafa worra Leewwotaa ka ciqileen isaa kuma diddamii shaniitii fi ka dalgi isaa kuma kudhaniititu jira; wolumatti qaba'atti lafti isaanii ka worra gadootaa woliin dheerinna ciqilee kuma diddamii shaniitii fi ka dalgi isaa ciqilee kuma diddamaatitu jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaa meessaa hayyootaatiin, Lewwooti qooda lafaa ta dheerinni isi'ii ciqilee kuma diddamii shanii, badhinni isi'ii ciqilee kuma kudhan teete hin qabaatti; wolumatti dheerinni isi'ii ciqilee kuma diddamii shan, badhinni isi'ii ciqilee kuma kudhan hin teeti.